Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Ka uffata bareedaa uffate laaltanii, «Ati hulee mishaa kana taa'i» yoo jettaniin, hiyyeessa uffata xuri'ii saniin ammoo, «Ati achi dhaabadhu yookiin luka kiyya jala taa'i» yoo jettaniin,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 nama uffata faayaa bareedaa uffate kabaju'uun, «Asi bakka mishaa kana taa'i» ni jettaniin, hiyyeessan garuu «Ati ammoo achi dhaabadhu, yookiin miila kiyya jala taa'i» ni jettaniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ka uffata bareedaa uffate laaltanii, «Ati hulee mishaa kana taa'i» yoo jettaniin; hiyyeessa uffata xuri'ii saniin ammo, «Ati achi dhaabadhu yookaan luka kiyya jala taa'i» yoo jettaniin,

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:3
8 Referans Kwoze  

Kennaa arjummaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii waan beetaniirtaniif, dureessa uduu ta'u, isin hiyyummaa isaatiin akka dureeyyii taatan waan keessaniif hiyyeessa ta'e.


Isin ammoo hiyyeeyyii salphiiftan; Dureeyyiin worra isin dhiphisuu mii? Gara mana murtee worri isin harkisan isaanii mii?


Kunniin worra akka fedha dharraa ufiitiin jiraata'aa gugumanii fi worra waan hiree ufiitiif gururi'an. Isaan akka isaanii toluuf nama wol caalchisa'aa hagaa ol dubbii guddaa dubbatan.


Heroodisillee loltoota ufii woliin tuffatee itti balde. Uffata qandhafaa itti uwwisee, deebisee gara Philaaxoosii erge.


Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, walgayii keessan yoo seeneef, hiyyeessi uffata xurii uffate ammoo yoo seene,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite