Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:24 - WAADAA LAMMATAA

24 Namni amantaa calla'aan uduu hin taane huji'iin akka qajeelaa ta'e argitaniirtan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Eegaa naminni ka qulqullaawomu amantii qofaan uduu hin ta'in, hujii'llee dabalataan ta'uu isaa ni argita.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 Namni amantii calla'aan uduu hin taane huji'iin akka qajeelaa ta'e argitaniirtan.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:24
6 Referans Kwoze  

Namni seera hujji'iitiin malee, amanta'aan akka waan qajeellumma'aatitti waan laakkoofnuuf,


Kitaabni, «Abrahaamillee Rabbitti amanee qajeellummaa ta'ee laakkawameef» ka jedhe raawwatameeti; jaalallo Rabbii jedhame.


Akkasuma seebartuun Ra'aab ammoo ergamoota simattee karaa biraatiin hennaa ergite, huji'iin qajeeltuu hin taanee?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite