Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Obboleessa yookiin obboleetiin waan uffatan yookiin waan nyaatani yoo dhaban,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Fakkeennaaf ka uffatanii fi ka nyaatan obboleeyyanii fi obboleetiiwwan hin qabnne yoo jiraatan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Namni tokko isin keessaa obboleessaa fi obboleettii waan nyaatanii fi waan uffatan dhabaniin,

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:15
11 Referans Kwoze  

Innillee deebisee, «Ka uffata lama qabu ka biraatiif haa kennuu. Ka waan nyaatu qabullee akkasuma haa godhuu» jedhe.


Obboleeyyan jaalatamtoota dhagayaa'a, Rabbi akka amanta'aan dureeyyii ta'aniif, akka isaan jeennata inni worra isa jaalataniif waadaa gale san galaniif hiyyeessota adunyaa tanaa filateeraa mii?


Dhagaan tumamanii du'an. Ataabamanii, magaazi'iin baqaffamanii guraadeen du'an. Waa maraa dhaba'aa, rakkata'aa, dhiphata'aa, gogaa hoola'aatii fi gogaa re'e'ee uffatanii asii fi achi naannayan.


Hiyyeeyyiin hennaa maraa isin woliin jiran; hennama kamuu waan mishaa godhu'uufii hin dandeettan. Ani ammoo hennaa maraa isin woliin hin jiraadhu.


Yihuudota biyya Giriikiitii dhufan woliin qaaqa'aa isaaniin wol morma'aa ture. Isaan ammoo isa ajjeesu'uuf barbaadan.


Haata'uu ammoo qabeenna adunyaa tanaa uduu qabu hennaa obboleessi isaa waan isa barbaachisu dhabe argee garaa hin laafneef eennullee yoo ta'e, attamitti jaalalti Rabbii isa keessa jiraatti ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite