Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Ka namaan hin araaramne, murtee araara hin qabnetu isa eeggata. Araarri murtii injifata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Murtiin Waaqaa nama dhiifama hin raawwanneef dhiifama hin taasfnne, ta'u'llee dhiifaminni murtii ni injifata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Ka namaan hin araaramne, murtii araara hin qabnetu isa eeggata. Araarri murtii injifata.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:13
26 Referans Kwoze  

Worri namaa dhiifama godhan worra eebbifame; Rabbi waan isaanii araaramuuf!


Yoo isin yakka namootaaf dhiisuu diddan, Abbaan keessan cubbuu keessan isinii hin dhiisu» jedhe.


«Eennuttillee hin murteessinaa'a, isinitillee hin murtaayu; yakkillee isinitti hin muramu, namaa dhiifama godhaa'a, isiniifillee hin dhiifamaa.


Mindaan isin worra midhaan keessan haaman dhooggattan sun hin iyya, iyyi worra midhaan keessan haamanii gurra Gooftaa banii maraa seeneera.


Abrahaam ammoo akkana jedhee deebise, ‹Ilma kiyya, ati bara jireenna keetii waan mishaa akka argatte qaabadhu; Ali'aazaar ammoo akka rakkata'aa ture yaadi. Amma ammoo asitti isaa toleera, ati ammoo rakkata'aarta.


Ogummaan Rabbiin irraa ammoo woyyitti'i, araaramtu'u. Gara-laafettii ta maarre jettu, ta araaraa fi daraaraa misha'aan guuttamte, ta mami'ii fi ta uf tuuluulee hin qabne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite