Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Obboleessi gad uf qabu ammoo waan Rabbi ol isa qabuuf haa boonuu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Jireenna isaatiin gad aanaa ka ta'e oboleessi ta'e Waaqinni ol waan isa qabuuf, haa gammadu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Obboleessi gad uf qabu ammo waan Rabbi ol isa qabuuf haa boonuu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:9
25 Referans Kwoze  

Worra gaddu uduu taanu hennaa maraa hin gammanna. Hiyyeeyyii taanee, namoota hedduu dureeyyii goona, worra womaa hin qabne fakkaannullee, wonti maruu keenna.


Rakkinna keetiif hiyyummaa kee hin beeka. Haata'uu ammoo ati dureessa, arraba worra uduu Yihuudii hin taane nu Yihuudi'i ufiin jedhan san hin beeka isaan woldaa seexanaati.


Bulchoota teessoo isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.


Gatii Rabbi karaa Kiristoos Yesuusiitiin ol na waame san argatu'uuf, gara galma sanii ariifadha.


Nu worri Ayyaanaan Rabbiin kaddaamnu, ka Kiristoos Yesuusiin dhaadannu nu worra waan foonii hin hedanne worra gadoomne waan taaneef.


Nu ijoollee Rabbii eega taane worra waa mara argatu; nu waa maraa Rabbiin biraa arganna. Eega Kiristoosiin woliin rakkinni nurra gaye, nullee isa woliin ulfinnaa fi waan Kiristoos argatu maraa isa woliin arganna.


Haata'uu ammoo ayyaanni battiin waan isinii ajajameef hin gammadinaa'a; maqaan keessan ammoo waan sami'itti barreeffameef gammadaa'a.»


«Eennullee ka daa'ima kana maqaa kiyyaan simatu na simata. Ka na simatu maruu ka na erge simata. Ka isin maraa irraa gadi aanu inni sun maraa caala» isaaniin jedhe.


Isin ammoo dukkana keessaa gara ifa isaa ka maalale'eetitti ka isin waame, dhaloota mishummaa isaa dubbatu'uuf filatame, gadicha mooti'ii, banii woyyu'uu fi gosa ristii isaatiif fooyame.


Ka ol uf qabu maruu hin salphata. Ka gadi uf qabu ammoo hin kabajjama.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite