Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Namni yaada lamaa qabu, ka karaa isaa maratuu dhaaba hin qabne,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Naminni akkanaa kun Gooftaa biraa woma tokkoo ka argatu isatti hin fakkaatin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Namni yaada lamaa qabu, ka karaa isaa marattuu dhaaba hin qabne,

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:7
7 Referans Kwoze  

Isin waan argatan san hawwii foon keessanii guutachu'uuf jettanii dharaan waan kadhataniif hin argattan.


Isin keessaa eennullee womaa uduu hin mamne amanta'aan haa kadhatuu. Namni shakku nama bubbee danbalii galaanaatiin dhiibamee socho'u fakkaata.


Namni sun Gooftaa biraa waan tokkollee waan argatu isatti hin fakkaatin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite