Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Isin keessaa eennullee womaa uduu hin mamne amanta'aan haa kadhatuu. Namni shakku nama bubbee danbalii galaanaatiin dhiibamee socho'u fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Garuu naminni womaa uduu hin shakkin amanti'iin haa kadhatu, naminni shakku bubbe'een ka dhiibamuu fi danbalii raafamu ka garba ciisa'aa ni fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Isin keessaa eennullee womaa uduu hin mamne amanti'iin haa kadhatuu. Namni shakku nama bubbee dambalii galaanaatiin dhiibamee socho'u fakkaata.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:6
14 Referans Kwoze  

Amantaa malee Rabbiin gammachiisuun hin danda'amu. Namni gara Rabbii dhiyaatu akka Rabbi jiru worra isa soqaniif ka gatii kennu akka ta'e, amanuu barbaachisa.


Akka dogoggora soba fakkeessuu, sababaa soba namootaatiin qilleensa barumsa sobaa maraan asii fi achi daddarbama'aa asii fi achi rarra'a'aa ammaa achi daa'imman ta'uun nuuf hin ta'u.


Ka dubbii abdi'ii kenne amanamaa waan ta'eef, akka hin sochoone, ragaa abdii keennaa haa eennuu.


Barumsa adda addaa haarawa hin beekkamneen hin fudhataminaa'a. Onneen teessan yoo waan badhaadha Rabbiitiin jabaatte misha'a malee, nyaataanii miti. Worri waan kana hordofan waan hin fayyadamneef.


Eeganaa dhiirti hulee marattuu dheekkamsaa fi yaada hamaa malee, harka isaanii ka woyyoome ol kaasa'aa akka Rabbiin kadhatan barbaada.


Worri akkanaa kunniin akka burqaa bisaan gogeetii fi duumessa bubbe'een oofamuuti. Dukkana akka male'eetitu isaan eeggata.


Pheexroosillee deebisee, «Gooftaa'a, yoo si taate, gara kee bisaan irra akka dhufu na ajaji» jedheen.


Ka'iitii gad bu'i; ka isaan erge ana waan ta'eef uduu hin mamin isaan woliin deemi» jedheen.


Namni yaada lamaa qabu, ka karaa isaa maratuu dhaaba hin qabne,


Kadhaan amanta'aa dhibamaa san hin fayyisa. Gooftaanillee hin kaasaan; yoo cubbuullee hujjee jiraate hin dhiifamaaf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite