Ergaa Yaaqoob 1:26 - WAADAA LAMMATAA26 Namni arraba ufii uduu hin eenne, onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin kaddaamu fakkaatu eennullee yoo jiraate, kaddaamuun isaa duwwa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa26 Arraba isaa uduu hin toowatin Waaqa ni waaqeffadha naminni jedhu, ufi ni soba, waaqeffannaan isaa'llee tasa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Namni arraba ufii uduu hin eenne onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin waaqeffatu fakkaatu eennullee yoo jiraate, waaqeffannaan isaa duwwa'a. Gade chapit la |