Ergaa Yaaqoob 1:25 - WAADAA LAMMATAA25 Haata'uu ammoo seera wolaba isa baasu laalee huji'itti jabaatee ka hojjatu malee, dhagayee ka hin irraanfanne yoo ta'e huji'iin ka eebbifame ta'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Garuu bilisa ka baasu seera muda maleessa qoratee isaan jabaatee ka dhaabatu, isa'llee dhagayee dagachuu uduu hin ta'in hujii irra naminni oolichu, hujii isaatiin ka eebbifame ni ta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Haa ta'uu ammo seera wolaba isa baasu laalee huji'itti jabaatee ka hojjatu malee, dhagayee ka hin irraanfanne yoo ta'e huji'iin ka eebbifame ta'a. Gade chapit la |