Ergaa Yaaqoob 1:24 - WAADAA LAMMATAA24 Inni fuula ufii argee hin deema. Yoma san fuulli isaa maal akka fakkaatu hin irraanfata. Gade chapit laWaadaa Haarawa24 Naminni kun fuula isaa daawi'ite'een eega laaleen duubatti ni deema, attami akka ta'e'llee bakkumatti ni irraafataan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu24 Inni fuula ufii argee hin deema. Yoma san fuulli isaa maal akka fakkaatu hin irraanfata. Gade chapit la |