Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Ka dubbii Rabbii dhagayee hujii irra hin oolchine yoo jiraate, nama fuula ufii uf-arga'aan laallatu fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Dubbii isaa dhagayee hujii irra naminni hin oolichine, akka nama fuula uumama isaa daawi'ite'een, akka nama laaluuti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Ka dubbii Rabbii dhagayee hujii irra hin oolchine yoo jiraate, nama fuula ufii uf arga'aan laallatu fakkaata.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:23
8 Referans Kwoze  

Namni gara kiyya dhufee, dubbii kiyya dhagayee ka godhu maruu eennuun akka fakkaatu isaanitti mudhisa.


Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonillee waan isa himataniin sababa soqu'uuf guyyaa Sambataa akka inni fayyisu eega'aa turan.


Adha akka waan ufargaa dimimmisaa keessa laaluuti; hennaa san ammoo addaata'atti wol argina. Wonti amma beeku hago'o. Hennaa san ammoo anillee akkasuma akka beekkame hin beeka.


Inni fuula ufii argee hin deema. Yoma san fuulli isaa maal akka fakkaatu hin irraanfata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite