Ergaa Yaaqoob 1:22 - WAADAA LAMMATAA22 Worra dubbii Rabbii raawwattan ta'aa malee, worra uf dogoggorsa'aa dubbii callaa dhageettan hin ta'inaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Dubbii isaa hujii irra worra oolichu ta'aa malee mataa keessan soba'aa, dhageefattoota qofa hin ta'inaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Worra dubbii Rabbii raawwattan ta'aa malee worra uf dogoggorsa'aa dubbii callaa dhageettan hin ta'inaa'a. Gade chapit la |