Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Haata'uu ammoo namni hawwii ufiitiin yoo harkifameef sobame hin ataabama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Garuu tokkoon tokkoon namaa ka qormmaatamu fedhii mataa ufiitiin yoo harkifamuu fi yoo sobame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Haa ta'uu ammo namni hawwii ufiitiin yoo harkifamee fi sobame hin ataabama.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:14
24 Referans Kwoze  

Jireenna keessan ka durii yaada'aa dharraa namummaa moofaa nama sobuuf nama balleessuu uf keessaa balleessaa'a.


Wonti afaan keessaa bayu ammoo garaa keessaa waan bayuuf ka nama batteessu isa.


Haata'uu ammo isin keessaa eennullee cubbu'uun sobamu'uun morkataa akka hin taane, «Adhuma» waan guyyaa maraa uduma guyyaan sun hin lufne woliin mari'adhaa'a!


Eegasuu wonti mishaa ta'e anaaf du'a ta'ee? miti Haata'uu ammoo cubbuu ta'e; cubbuunillee sababa ajajaatiif hagaa ol cubbamaa akka ta'u cubbuun karaa waan mishaa ta'e saniin du'a natti fide.


Ani ammoo akkana isiniin jedha, namni ija hawwi'iitiin dubartii laale, garaa ufii keessatti isii woliin seebareera.


Cubbuun sababaa argattee, ajajaan waan na sobdeef, isiinillee na ajjeefteerti.


Wonti nama batteessu waan kana malee, harka uduu hin dhiqanne nyaatuun nama hin batteessu» jedheen.


Achiin maayessa akka Yesuus daabiloosiin ataabamu, Ayyaanni Woyyuun gara gammooji'ii isa fide.


Eennullee hennaa ataabame, «Rabbiin ataabame» hin jedhin; Rabbi hamtu'uun waan nama hin ataabneef, Inni ufiif eennuunillee hin ataabu.


Achiin maayessa dharraan yoo ulfoofte, cubbuu dhalti. Cubbuun sun haga guddatteen maayii du'a dhalti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite