Ergaa Yaaqoob 1:12 - WAADAA LAMMATAA12 Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookiin badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin fudhata. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Gooftaan akkaataa waadaa isaatiin waahellan isaatiif ka kennu gonfata jireennaa waan fudhatuuf, qormmaatcha obissee jabaatee naminni dhaabatu, ka eebbifame. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookaan badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin argata. Gade chapit la |