Ergaa Yaaqoob 1:11 - WAADAA LAMMATAA11 Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma durreessillee karaa isaa ka jireennaa keessatti hin dadhaba. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Aduun oo'a isi'ii woliin yoo baayutti marga ni gossa, abaaboon'llee ni harca'a, bareenni isaa'llee ni bada, akkuma kana naminni dureessi hujii isaatiin yoo haafaye ni bada. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma dureessillee jireennaaf uduu huji'iif raantayu bada. Gade chapit la |