Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Dureessi yoo gadi uf qabe, haa boonuu. Qabeennillee akka daraaraa margaa waan lufuuf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Qabeenni namaa akka abaaboo margaa titti waan harca'uuf, obboleessa jireenna isaatiin ol jedhe, Waaqinni jireennaan isaatii gad yoo isa qabe'llee haa gammadu,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Dureessi yoo gad uf qabe haa boonuu; Qabeennillee akka daraaraa margaa waan lufuuf.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:10
19 Referans Kwoze  

Kanaaf Kitaabni Woyyuun «Worri foon uffatan maruu akka margaati, ulfinni isaa maruu akka daraaraa raasa'aati, margi hin goga; daraaraaniillee hin harca'a.


Adunyaaniif dharraan isi'ii hin lufti. Namni fedhii Rabbii raawwatu ammoo bara baraan jiraata.


Bara adhaa worri dureeyyii ta'an, waan uf jaju'uu akka hin yaanne Rabbiin jiraata'aan akka gammannuu waa maraa caalchisee nuu keennuun malee, durummaa darbu akka abdii hin godhanne isaan gorsi.


«Worri Ayyaanaan hiyyeeyyii ta'an, worra eebbifame, Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef!


Worri adunyaa tanattillee fayyadaman maruu akka waan hin fayyadamne haata'an. Biftii adunyaa tanaa waan luftuuf.


Isin waan boru ta'u waan hin beenneef, jiruun keessan maali'ii? Isin akka hurrii hennaa diqqoo mudhatee baduu ti.


Rabbi abaaboo raasa'aa ka adha jiru, ka boru ibiddatti gatamu yoo akkanatti ka uwwisu ta'e, isin bada worra amantii diqqo'oo; isin attamitti caalchisee uwwisuu dadhaba ree?


Gooftaa kiyya Yesuus Kiristoosiin beekuun waa mara waan caaluuf ani waa maraa akka waan bu'aa hin qabneetitti laakkayee isaaf jedhee, waa maraan miidhame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite