3 Ergaa Yohaannis 1:8 - WAADAA LAMMATAA8 Eegasuu nu dhugaa woliin akka hojjannuuf namoota akkanaa kanniin keessummummaa haa simannuu. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Qoodamtoota hujii dhuga'aa akka taanuuf, namoota akkana jiran kanniin garggaaruu ni qabnna. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Eegasuu nu dhugaa woliin akka hojjannuuf namoota akkanaa kanniin keessummummaa haa simannuu. Gade chapit la |