Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




3 Ergaa Yohaannis 1:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Worra Yihuudii hin taane irraa womaa uduu hin fudhanne maqaa Yesuusiitiif jedhanii waan bayaniiraniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Isaan Kristosiin tajaajilu'uuf yoo bayan, ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne irraa gargaarssa woyiitu hin fudhanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Worra Yihuudii hin taane irraa womaa uduu hin fudhanne maqaa Yesuusiitiif jedhanii waan bayaniiraniif.

Gade chapit la Kopi




3 Ergaa Yohaannis 1:7
17 Referans Kwoze  

Ati maqaa kiyyaaf jettee obsitee uduu hin dadhabin dhaabatteerta.


Ani Amma waan keessaniif jedhee rakkachuu kiyyaan hin gammada. Waan nafa isaa jechuun waan woldaa Kiristaanaatiif foon kiyyaan rakkachuu Kiristoosiitiin waan hanqate anillee hin guuta.


Ani ufii yoo isinitti ulfaachuu dhabadhe, kanaa achi woldaa biraa wonti hanqattaniin maali'iin ree? yakka kiyya kana naa dhiisaa'a.


Kiristoos Yesuusiin Gooftaa akka ta'e malee, waan ufii waan hin himneef. Waan Yesuusiitiif jennee tajaajilaa keessan taaneerra.


Eeganaa mindaan kiyya maali'i? Oduu Nagayaa lallaba'aati mirga Oduu Nagayaa irraa qabu maraa akka hin fayyadamne Oduu Nagayaa gatii malee dubbadha.


Akka inni maqaa kiyya baadhatu'uuf jedhee rakkatu aninuu isatti mudhisa» jedheen.


Worri faca'an dubbii lallaba'aa deeman.


Isaanillee maqaa isaatiif tuffatamuun akka waan misha'aatitti fudhatanii yaa'ii murti'ii afo'oo gammada'aa yaa'an.


Haata'uu ammoo isaan ka na erge waan hin beenneef, kana maraa maqaa kiyyaaf jedhanii isin irratti godhan.


Eennuun irraallee birrii yookiin worqii yookiin uffata hin hawwine.


Akkanuma dadhaba'aati dhibamtoota akka gargaartan, inninuu ka fudhatu caalaa ka kennutu ka eebbifame akkuma jedhe, dubbii Gooftaa Yesuusii kana akka qaabattan waan barbaachisuuf maraa isinitti mudhiseera.


Sababa kanaaf Rabbi hagaa ol, ol ol isa aanse; maqaa maqaa maraa caalu kenneef.


Eegasuu nu dhugaa woliin akka hojjannuuf namoota akkanaa kanniin keessummummaa haa simannuu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite