Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




3 Ergaa Yohaannis 1:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Jaalalloo kiyya, lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol-siiqixxaayatuuf akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Yaa waahela kiyya! Jireenni kee marrinuu akka si mijaayu, fayyaa akka qabaatuu fi akkuma kana boqannaa hafuuraa akka argattu siif ni hawwa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Jaalalloo kiyya! lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol sii qixxaayuu fi akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha.

Gade chapit la Kopi




3 Ergaa Yohaannis 1:2
19 Referans Kwoze  

Badhaadhumma'aa fi beekkomsa Gooftaa keennaa Yesuus Kiristoosiitiin guddadhaa'a. Isaaf ammallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.


Jaalalti cubbuu hedduu waan dhossituuf, waa maraa dura jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.


Obboleeyyan tiyya! Hennaa maraa waan keessaniif Rabbiin galateeffachuu nu barbaachisa; amantaan keessan guddisee guddata'aa, jaalalti isin wolii qabdanillee ittuma eda'a'aa waan deema'aaruuf, galateeffachuun keenna sirri'i.


Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin, waan hiriyyaa isaatii ta'u malee.


Rakkinna keetiif hiyyummaa kee hin beeka. Haata'uu ammoo ati dureessa, arraba worra uduu Yihuudii hin taane nu Yihuudi'i ufiin jedhan san hin beeka isaan woldaa seexanaati.


Obboleeyyan tiyya, waamaraa dura ardi'ii fi sami'itti waan biraallee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haata'uu ammoo murtii jalatti akka hin kufne dubbiin keessan ee yoo ta'e, «Ee» jedhaa'a; wa'a yoo ta'e, «Wa'a» jedhaa'a.


Inni dhugamaan dhibamee du'uu gaye. Haata'uu ammoo Rabbi hin fayyiseen. Gadda irratti gadda akka natti hin edaane, gaddii sunillee anaaf malee isa calla'aafii miti.


Nu ammoo worra Goofta'aan jaalatamtan hennaa maraa waan keessaniif Rabbiin galateeffachuu nu barbaachisa. Rabbi Ayyaanaan woyyoomuu dhugaallee amanu'uun fayyinnaaf akka hangafaatitti waan isin filateeruuf.


Yesuus hennaa kana dhagaye, «Dhukkubsattootaaf malee, worra fayyaa qabaniif ogeessi qorichaa isaan hin barbaachisu jedhe.


Ana manguddoo irraa: Ka dhuga'aan jaaladhu jaalatamaa Gayiyoosiif:


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite