3 Ergaa Yohaannis 1:12 - WAADAA LAMMATAA12 Dimeexiroosiif namni maruu ragaa bayaaf, dhugaanillee ragaa baatiif, nullee akkasuma hin rannaaf. Ragaan keennallee dhugaa akka ta'e hin beettan. Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Deemtriusiif naminni marrinuu haala misha'aan ragaa ni bayaaf. Dhugaan mataan isiituu ufii isi'iitii ragaa ni baati. Nu'llee ragaa ni baanaaf, ragummaan keenna'llee dhugaa ta'uu ni beekitta. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Dimeexiroosiif namni maruu ragaa bayaaf; dhugaanillee ragaa baatiif; nullee akkasuma hin rannaaf. Ragaan keennallee dhugaa akka ta'e hin beettan. Gade chapit la |
Isaanillee deebisanii, «Nu ajajaa dhibbaa ka Qorneelewoos jedhamu biraa dhufne; inni qajeela'aa fi nama Rabbiinillee sodaatu ka Yihuudota maraa biratti kabajjama'aa fi ka maqaa mishaa qabu; inni gara mana ufii si waamsisee, waan ati jettu akka dhagayu, maleekkaan woyyuun isatti dubbate» jedhanii deebisaniif.