Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




3 Ergaa Yohaannis 1:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Ana manguddoo irraa: Ka dhuga'aan jaaladhu jaalatamaa Gayiyoosiif:

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Dhugamaan ka jaaladhuuf, Gaayosii jaalatameef, Ana jaarsa irraa ergaa ergame,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Ana manguddoo irraa; Ka dhuga'aan jaaladhu jaalatamaa Gaayiyoosiif:

Gade chapit la Kopi




3 Ergaa Yohaannis 1:1
9 Referans Kwoze  

Ijoollee tiyya hujji'ii fi dhuga'aan malee dubbiia fi afaan calla'aan akka wol hin jaalanne.


Eennullee maqaa kiyyaan cuuphameera akka hin jinne. Qarphoosii fi Gaayiyoosii achi, isin keessaa tokkollee waan hin cuuphneef Rabbiin galateefadha.


Kanaaf Woldaa Kirstaanaa mara keessummeessu, Gayiyoos nagaya isinii dhaameera. Namichi birriin bira teettu ka qachaa Ersiisxoosii obboleessii keenna Qu'aasxiiroosillee nagaya isinii dhaamaniiran.


Yomasan qachaan maruu raafamte. Namoonni Maqidooniya'aa hiriyoota Phaawuloosii Gaayiyoosii fi Arsixirookoosiin isaan woliin butanii yaada tokko ta'anii gara hulee taphaa gad fiigan.


Worri isa geegessan, Susiphaxiroosii Beeriya'aa, namoota Tasolonqee keessaa, Arsixirookoosii fi Sikonduus, Gaayiyyoosii fi Ximotewoosii Darbe'ee namoonni Isiya'aa Tikiqoosii fi Xirofmoosiin fa'a.


Isaanillee akkasuma godhan. Barnaabasii fi Saa'olitti kennanii gara manguddoota woldaa Kiristaanaatitti ergan.


Eegasuu ani akkuma isaanii manguddoonni woldaa Kiristaanaa ragaa baatuu rakkinna Kiristoosii akkasuma ulfinna Kiristoosii ka mudhatu'uuf ta'u, qoodamu, manguddoota isaan jidduu jiran maraa hin gorsa.


Jaalalloo kiyya, lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol-siiqixxaayatuuf akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite