2 Ergaa Yohaannis 1:6 - WAADAA LAMMATAA6 Jaalaltillee akka ajaja isaatitti haa deemnu'uuf, ajanyillee akkuma duraan dhageettan akka isi'iin jiraannuuf. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Jaalala dhuga'aa jechuun ajaja Waaqaa raawwachu'u. Ajajin kun'llee akkuma jalqaba dhageettaniin, «Jaalalaan jiraadhaa» ka jedhu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Jaalaltillee akka ajaja isaatitti haa deemnu'uuf; ajanyillee akkuma duraan dhageettan akka isi'iin jiraannuuf. Gade chapit la |