Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2 Ergaa Yohaannis 1:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Giifti'ii yookiin woldaa tana! Ammallee akka wol jaalannu si kadhadha. Tunillee ajaja armaan dura jirtu malee ajaja haarawa sii barreessu'uufii miti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yaa giifttittii haadha worraa, ammallee yaaboo sitti haa ta'u, wonitti siif barreessu kun haarawa sitti hin fakkaatin, amma ka siif barreessu, «Ufii keennaa wol haa jaalanuu» ka jedhu, jalqabumaayyuu kaasee ajaja nu bira ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Giiftii'i! Ammallee akka wol jaalannu si kadhadha. Tunillee ajaja armaan dura jirtu malee ajaja haarawa sii barreessu'uufii miti.

Gade chapit la Kopi




2 Ergaa Yohaannis 1:5
17 Referans Kwoze  

Dhaamsi duraa ta dhageettan ta wol haa jaalannu jettu tana waan taateef,


Waan wol jaalachuu obboleeyyanii isinii barreessuun hin barbaachisu. Wol jaalachuun akka isin barbaachisu isinuu Rabbiin irraa waan barattaniirtaniif.


Akkuma ani isin jaaladhe, isinillee akka wol jaalattan ajanyi tiyya tana.


Ajanyi isaallee kana, akka maqaa Ilma isaa Yesuus Kiristoositti amannuuf akka wol jaalannuuf.


Eennullee, «Rabbiin hin jaaladha» jedha'aa obboleessa ufii yoo ka jibbu ta'e, inni hin soba, obboleessa ufii ka ijaan arga'aaru kan hin jaalanne; Rabbii ijaan hin argine attamitti jaalachoo danda'a?


Jaalalti cubbuu hedduu waan dhossituuf, waa maraa dura jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.


Nama Rabbii fakkaachuu irratti, obboleewwanii yaaduu, obboleewwanii yaaduu irrattillee jaalala eda'aa'a.


Hennaa maraa jaalalli obbolumma'aa isin jidduu haa jiraatu. Keessummoota simachuu hin irraanfatinaa'a; akka kanaan gari gariin uduu hin beekin Maleekkota keessummummaa simataniiran.


Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.


Daraaraan Ayyaanaa ammoo, jaalala, gammachuu, Nagaya, obsa, arjummaa, mishooma.


Akka isin wol jaalattan kana isin ajaja» jedhe.


Waan dhugaa nu woliin baraa haga bara baraa jiraatuutii fi ani manguddoonni worra dhugamaan jaaladhuuf na callaa uduu hin taane,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite