Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2 Ergaa Yohaannis 1:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Akkuma ajaja Aabbaan irraa fudhanneen ijoollee tantee keessaa gari gariin dhuga'aan hennaa jiraatan waan argeef gammadeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Ijoollee tee keessaa tokko tokko akkaataa Waaqinni Abbaan nu ajajeetiin dhugamaanuu jabaatanii dhaabatanii argachuu kiyyaan, haalaan gammadee jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Akkuma ajaja Aabbaan irraa fudhanneen ijoollee tee keessaa gari gariin hennaa dhuga'aan jiraatan waan argeef gammadeera.

Gade chapit la Kopi




2 Ergaa Yohaannis 1:4
12 Referans Kwoze  

Dura dukkana keessa turtan; amma ammoo Goofta'aan worra ifaati.


Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.


Ka, «Isa keessa jiraadha» jedhu, akka inni jiraatutti haa jiraatuu.


Haata'uu ammoo hennaa kanaan maayessa waan kiyya deebitanii yaaduu waan jalqabdaniif, Goofta'aan guddisee gammada. Hennaa dhabdan malee yaaduullee hin yaaddan.


Haata'uu ammoo, akka dhugaa Oduu Nagayaatitti akka isaan qajeellumma'aan hin deemne hennaa arge, maraa afo'otti Keefa'aan, «Ati nama Yihuudi'ii taatee, akka nama Yihuudii hin taaneetitti eega jiraatte, attamiin worra Yihuudii hin taane akka Yihuudotaatitti akka jiraataniif isaan giddisiiftaa? jedheen.»


Dhuga'atti gammaddi malee, waan dharaa irratti hin gammaddu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite