2 Ergaa Yohaannis 1:2 - WAADAA LAMMATAA2 ka akkasuma worri dhugaa beekkan maruu jaalatan giiftii filatamtu'uuf ijoollee isi'iitiif, Gade chapit laWaadaa Haarawa2 dhugaan kun'llee ka nu jidduu jiruu fi ufi durana'llee, bara baraaf ka nu woliin jiraatu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 ka akkasuma worri dhugaa beekan maruu jaalatan giiftii filatamtu'uu fi ijoollee isi'iitiif; Gade chapit la |
Ani Aabbaan hin kadhadha, Innillee baraa haga bara baraa ka isin woliin jiraatu ka isin jajjabeessu ka biraa isinii kenna. Innillee ka adunyaan hin arginee fi hin beenne waan ta'eef, ayyaana dhuga'aa ka isaan amanuu hin dandeenne. Haata'uu ammo isin bira waan jiraatuuf isin keessaallee waan jiraatuuf isin hin beettaniin.