Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




2 Ergaa Yohaannis 1:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Waan dhugaa nu woliin baraa haga bara baraa jiraatuutii fi ani manguddoonni worra dhugamaan jaaladhuuf na callaa uduu hin taane,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Giifttii filatamitte fi ijoollee isi'iitiif, Ana jaarssa irraa ergaa ergame, ani dhugamaanuu isin ni jaaladha, ana qofa uduu hin ta'in worri dhugaa beekan marrinuu isin ni jaalatan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Waan dhugaa nu woliin baraa haga bara baraa jiraatuutii fi ani manguddoon worra dhugamaan jaaladhuuf; na callaa uduu hin taane,

Gade chapit la Kopi




2 Ergaa Yohaannis 1:1
25 Referans Kwoze  

Ijoollee tiyya hujji'ii fi dhuga'aan malee dubbiia fi afaan calla'aan akka wol hin jaalanne.


Giifti'ii yookiin woldaa tana! Ammallee akka wol jaalannu si kadhadha. Tunillee ajaja armaan dura jirtu malee ajaja haarawa sii barreessu'uufii miti.


Eegasuu ani akkuma isaanii manguddoonni woldaa Kiristaanaa ragaa baatuu rakkinna Kiristoosii akkasuma ulfinna Kiristoosii ka mudhatu'uuf ta'u, qoodamu, manguddoota isaan jidduu jiran maraa hin gorsa.


Ijoolleen obboleetii teetii ta filatamte nagaya sii dhaamaniiran.


Isin waan dhugaa beettaniif sobni maruu dhugaa akka hin taane waan beettaniif akka waan dhugaa hin beenneetitti isinii hin barreessu.


Beekkomsa dhuga'aa haga arganneen maayii, beeka'aa cubbuu yoo hojjanne, ammaa achi, ciincaan waan cubbu'uutiif dhiyaatu hin jiru.


Isin akka mishaa fiiga'aa turtan. Ammoo dhuga'aaf akka hin ajajamne eentu isin dhoogge?


Isin namoota Galaatiya'aa worra qalbii hin qabne, ija teessan afo'otti Yesuus Kiristoos akka waan faki'iititti fannifame akka dhuga'aaf hin ajajamne eentu muuseessaa isinitti buuse?


Haata'uu ammoo, akka dhugaa Oduu Nagayaatitti akka isaan qajeellumma'aan hin deemne hennaa arge, maraa afo'otti Keefa'aan, «Ati nama Yihuudi'ii taatee, akka nama Yihuudii hin taaneetitti eega jiraatte, attamiin worra Yihuudii hin taane akka Yihuudotaatitti akka jiraataniif isaan giddisiiftaa? jedheen.»


Dhugaan Oduu Nagayaa isin biratti jabaatee akka jiraatuuf jennee, hennaa diqqo'oofillee gad dhiifnee isaan jalatti hin bulle.


Isaanillee akkasuma godhan. Barnaabasii fi Saa'olitti kennanii gara manguddoota woldaa Kiristaanaatitti ergan.


Ruufoonii tajaajilu'uun gudisee beekamee fi ta naa fi isaallee haadha taate haadha isaatitti nagaya naa himaa'a.


Woldeenni Kiristaanaa ta baabilooniin keessatti filatamteertuuf ilmi kiyya Maarqoosillee nagaya isinii dhaamaniiran.


Ana manguddoo irraa: Ka dhuga'aan jaaladhu jaalatamaa Gayiyoosiif:


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite