1 Ergaa Yohaannis 5:16 - WAADAA LAMMATAA16 Eennullee obboleessi isaa cubbuu jeennata bara baraatitti isa hin galchine hennaa huju arge, isaa haa kadhatuu. Rabbi jireenna bara baraa nama saniif hin kenna. Cubbuun gara du'a bara baraatitti nama geessu hin jira. Ani ammoo waan kanaaf kadhadhaa'a jechuu kiyyaa miti. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Naminni kumi'llee cubbuu obboleessa isaa du'aan gayu cubbuu yoo hojjatu yoo isa argeen haa kadhatuuf, cubbuun namichaa du'aan ka isa hin geenne yoo ta'e, Waaqinni jireenna ni kennaaf. Garuu cubbuun du'aan nama gayu ni jira. Cubbuu bifa kanaatiif haa kadhatu hin jedhu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Eennullee obboleessi isaa cubbuu jeennata bara baraatitti isa hin galchine hennaa huju arge, isaa haa kadhatuu. Rabbi jireenna bara baraa nama saniif hin kenna. Cubbuun gara du'a bara baraatitti nama geessu hin jira. Ani ammo waan kanaaf kadhadhaa'a jechuu kiyyaa miti. Gade chapit la |