1 Ergaa Yohaannis 5:1 - WAADAA LAMMATAA1 Namni Kiristoos jedhee Yesuusitti amanu maruu, Rabbiin irraa dhalate. Ka abbaa ufii jaalatu maruu ka isarraa dhalatellee hin jaalata. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus Masihii ta'uu ka amanu marrinuu Ilma Waaqaati, ka abbaa jaalatu marrinuu ilma'llee ni jaalata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Namni Kiristoos jedhee Yesuusitti amanu maruu Rabbiin irraa dhalate. Ka abbaa ufii jaalatu maruu ka isa irraa dhalatellee hin jaalata. Gade chapit la |
Du'oota keessaa ka'uu Yesuus Kiristoosiitiin abdii jiraata'aa fi hin baanne ka ristii hin darbine xurii hin qabneef akka guddinna dhiifamsa isaatiin Rabbi lammaffaa nu uumate Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu. Ristiin kunillee isin worra bara dhumaa worra fayyinna hunna amantaa Rabbii eeggattaniif samii isinii taa'a.