1 Ergaa Yohaannis 4:9 - WAADAA LAMMATAA9 Akkanaan Rabbi jaalala ufii nuu ibse. Karaa isaatiin tokkocha Ilma ufii gara adunyaa tanaa waan ergeeruuf. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Karaa Ilma isaatiin jireenna akka argannuuf Waaqinni Ilma isaa tokko gara biyya lafaa ergeenii jira, kanaan'llee jaalalli Waaqaa nu jiddu'utti mulidhatee jira. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Akka kanaan Rabbi jaalala ufii nuu ibse. Karaa isaatiin akka jireenna qabaannuuf tokkicha Ilma ufii gara adunyaa tanaa erge. Gade chapit la |