1 Ergaa Yohaannis 4:4 - WAADAA LAMMATAA4 Ijoollee tiyya, isin Rabbiin woliin jirtan injifataniirtanille'e, ka isin keessa jiru, ka adunyaa keessa jiru waan caaluuf. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Yaa ijoolle! isin ka Waaqaati, Hafuurri isin keessa jiru biyya lafaa keessa hafuura jiru ni caala. Kanaaf nabiyyoota dharaa injifattanii jirttan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Ijoollee tiyya! isin Rabbiin woliin jirtan; injifattaniirtanille'e, ka isin keessa jiru, ka adunyaa keessa jiru waan caaluuf. Gade chapit la |