1 Ergaa Yohaannis 4:2 - WAADAA LAMMATAA2 Ayyaana Rabbii kanaan beettan. Yesuus Kiristoos akka fooniin dhalate Ayyaanni amanu maruu Ayyaana Rabbiiti. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Hafuura Waaqaa addaan baafittanii ka beekittan kanaan, Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa hafuurri amanu marrinuu, Hafuura Waaqati. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Ayyaana Rabbii kanaan beettan. Ayyaanni akka Yesuus Kiristoos fooniin dhalate amanu maruu Ayyaana Rabbiiti. Gade chapit la |