Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 4:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Nullee jaalala Rabbi nuu qabu beenneerra. Amanneerralle'e. Rabbi jaalala; ka jaalalaan jiraatu Rabbiin keessa jiraata, Rabbillee isa keessa jiraata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Kanaaf Waaqinni jaalala nu'uuf qabu ni beekinna, ni amanna'lle'e. Waaqinni jaalala. Jaalalaan ka jiraatu Waaqaan ni jiraata, Waaqinni'llee isa keessa ni jiraata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Nullee jaalala Rabbi nuu qabu beenneerra; amanneerralle'e. Rabbi jaalala; ka jaalalaan jiraatu Rabbiin keessa jiraata; Rabbillee isa keessa jiraata.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 4:16
13 Referans Kwoze  

Ka ajaja isaa eegu maruu, isaan jiraata. Innillee isaan keessa jiraata, akkaataa kanaan akka nu keessa jiru Ayyaana isaa ka inni nuu kenneen beenna.


Ijoollee Rabii jedhamnnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a, kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu.


Inni waan lubbuu ufii dabarsee nuu kenneeruuf, jaalalti maal akka taate kanaan beenna. Nullee waan obboleewwan teennaatiif lubbuu teennaa kennuu nu barbaachisa.


Haata'uu ammoo, «Ka ijji hin argine, ka gurri hin dhagenne; waan qalbii namaatitti hin yaadamne, waan Rabbi worra isa jaalataniif qopheesse» jedhamee akkuma barreeffame akkasuma dubbanna.


Nullee ati Kiristoos Ilma Rabbii jiraata'aa akka taate amanneerra; beenneerralle'e» jedhee deebiseef.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, akka hujiin Rabbii isa irratti mudhatuuf malee, inni yookiin maatiin isaa cubbuu hin hojjanne.


Goshoota tiyya, jaalali Rabbiin biraa waan ta'eef, ka nama jaalatu maruu Rabbiin irraa waan dhalateef, Rabbiinillee waan beekuuf wol haa jaalanuu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite