1 Ergaa Yohaannis 4:10 - WAADAA LAMMATAA10 Jaalalti akkana, Rabbi waan ufii nu jaalateef, Ilma ufii ciincaa cubbuu keennaa akka ta'u godhe malee waan nu isa jaalanneefii miti. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Jaalala jechuun akkana, nu'u waan Waaqa jaalanneef uduu hin ta'in, inni waan nu jaalatee fi cubbuun keenna'llee akka nuuf dhabamisiifamuuf, Ilma isaa waan nuuf ergeef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Jaalalti akkana; Rabbi waan ufii nu jaalateef Ilma ufii ciincaa cubbuu keennaa akka ta'u godhe malee waan nu isa jaalanneefii miti. Gade chapit la |