1 Ergaa Yohaannis 3:7 - WAADAA LAMMATAA7 Ijoollee tiyya ennullee akka isin hin dogogorsine akkuma inni qajeelaa ta'e, ka qajeellummaa hojjatu maruu qajeela'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Yaa ijoolle! Eennu'llee isin akka hin sobinne, Kristos qulqullaawomaa akkuma ta'e, ka qulqullummaa raawwatu marrinuu Qulqullu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Ijoollee tiyya! ennullee akka isin hin dogoggorsine akkuma inni qajeelaa ta'e, ka qajeellummaa hojjatu maruu qajeela'a. Gade chapit la |