1 Ergaa Yohaannis 3:4 - WAADAA LAMMATAA4 Ka cubbuu hojjatu maruu waan hamaa hojjata. Cubbuun hammeena. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Cubbuu jechuun seera Waaqaa diiguu waan ta'eef ka cubbuu hojjatu marrinuu, seera Waaqaa ni diiga. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Ka cubbuu hojjatu maruu waan hamaa hojjata. Cubbuun hammeenna. Gade chapit la |