1 Ergaa Yohaannis 3:2 - WAADAA LAMMATAA2 Goshoota tiyya, amma nu'u ijoollee Rabbiiti uf afoo maal akka taanu hin beekkamne. Haata'uu ammoo hennaa inni deebi'ee dhufu akkuma jiruun akka isa fakkaannu hin beenna. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Yaa waaheloota! Nu'u amma ijoollee Waaqaati, ufi durana maal akka taanu amma'llee hin beekkaminne, garuu yeroo Kristos itti mulidhatutti bifa isaa ka dhuga'aa waan arginuuf, isa akka fakkaannu ni beekinna. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Goshoota tiyya! amma nu'u ijoollee Rabbiiti; uf afoo maal akka taanu hin beekkamne. Haa ta'uu ammo hennaa inni deebi'ee dhufu akkuma jiruun akka isa fakkaannu hin beenna. Gade chapit la |