1 Ergaa Yohaannis 3:16 - WAADAA LAMMATAA16 Inni waan lubbuu ufii dabarsee nuu kenneeruuf, jaalalti maal akka taate kanaan beenna. Nullee waan obboleewwan teennaatiif lubbuu teennaa kennuu nu barbaachisa. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Jaalalli maal akka ta'e ka beekinnu Yesus Kristos lubbuu isaa nu'uuf dabarssee waan kenneef, nu'llee lubbuu teenna waayee obboleeyyan teennaatiif dabarssinee kennuun ni mala. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Inni waan lubbuu ufii dabarsee nuu kenneeruuf, jaalalti maal akka taate kanaan beenna. Nullee waan obboleewwan teennaatiif lubbuu teenna kennuu nu barbaachisa. Gade chapit la |