1 Ergaa Yohaannis 3:1 - WAADAA LAMMATAA1 Ijoollee Rabii jedhamnnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a, kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Ijoollee Waaqaa jedhamnnee akka waamaminuuf Waaqinni Abbaan jaalala attamii akka nu'uuf kenne laalaa! Dhugamaanuu nu'u ammoo ijoollee Waaqaati, biyyi lafaa Waaqa waan hin beekiniif, nu'u hin beeku. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Ijoollee Rabbii jedhamnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a; kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu. Gade chapit la |