Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 2:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Dukkanti waan lufuuf ifti dhuga'aa amma ifa. «Ka ifa keessa jira» jedhu, ka ammoo obboleessa ufii jibbu, inni haga ammaa dukkana keessa jira.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Ifaan ni jiraadha jedha'aa obboleessa isaa ka jibbu inni amma'llee dukkanaan ni jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Dukkanti waan lufuuf ifti dhuga'aa amma ifa. «Ka ifa keessa jira» jedhu; ka ammo obboleessa ufii jibbu, inni haga ammaa dukkana keessa jira.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 2:9
14 Referans Kwoze  

Eennullee, «Rabbiin hin jaaladha» jedha'aa obboleessa ufii yoo ka jibbu ta'e, inni hin soba, obboleessa ufii ka ijaan arga'aaru kan hin jaalanne; Rabbii ijaan hin argine attamitti jaalachoo danda'a?


Ka obboleessa ufii jibbu ammoo dukkana keessa jira, dukkana keessa jiraatalle'e, gara deemullee hin beeku. Waan dukkanti ija isaa jaamsiteertuuf.


Worri waan kanniin hin qabne jaamoota, worra waan dhiyoo jiru callaa argu. Cubbuu dura irraa qulqullaaye san irraanfateera.


«Isa hin beeka» jedha'aa, ajaja isaa ka hin eenne, soba'a; dhugaanillee isaa keessa hin jirtu.


Dukkanaa keessa jiraata'aa isa woliin tokkummaa qabna yoo jenne, soba malee dhugaan nu keessa hin jiru.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Ballaa uduu taatanii silaa cubbuu isinitti hin ta'u, amma ammoo hin argina jettan, cubbuun teessan ammoo akkasumatti jiraatti» jedhe.


Ji'a sanniin keessa Pheexroosii fi namoota dhibbaa fi diddamaa obboleeyyan isa woliin jiran wodhakkaa dhaabateeti akkana jedhe.


Ijoolleen Rabbiitii fi ijoolleen daabiloosii kanaan gargar bayan. Namni qajeellummaa hin hunyeef ka obboleessa ufii hin jaalanne maruu ka Rabbiitii miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite