1 Ergaa Yohaannis 2:8 - WAADAA LAMMATAA8 Ammallee ajaja haarawa isinii barreessa. Wonti kunillee isaan isin keessatti dhuga'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Haa ta'u malee jireenna Kristositii fi keessan biratti dhugaa ta'ee ka mulidhate, ajaja haarawa isiniif ni barreessa, dukkanni dhabamisiifamee ifin dhuga'aa, amma'llee ibisa'aa ni jira. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Ammallee ajaja haarawa isinii barreessa. Wonti kunillee isaan isin keessatti dhuga'a. Gade chapit la |