Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 2:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Obboleeyyan tiyya, ka isiniif barreessu ajajuma duraan jiru malee, ajaja haarawwa miti. Ajanyi moofaan dubbii dhageettan san.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Yaa waahelloota! Ajajinni isiniif barreessa'aa jiru kun jalqabumaa kaasee ka turee fi ajaja duriiti malee haarawaa miti, ajajinni durii kun'llee dubbima dhageettan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Obboleeyyan tiyya! ka isiniif barreessu ajajuma duraan jiru malee, ajaja haarawaa miti. Ajanyi moofaan dubbii dhageettan san.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 2:7
22 Referans Kwoze  

Dhaamsi duraa ta dhageettan ta wol haa jaalannu jettu tana waan taateef,


Ajanyi isaallee kana, akka maqaa Ilma isaa Yesuus Kiristoositti amannuuf akka wol jaalannuuf.


Isinillee wonti duraan dhageettan ijaaramee isin keessa haa jiraatuu. Ka duraa dhageettan sun yoo isin keessa jiraate, isinillee akkasuma, Aabba'aa fi ilma keessa jiraattani.


« ‹Hiriyyaa kee jaaladhu, diina keellee jibbi› akka jedhame dhageettaniirtan.


Isa qabanii, «Barumsi haroofni ati dubbattu kun maal akka ta'e beekuu dandeennaa? Waan haarawa waan nutti himteef.


Akka wol jaalattan, akkuma anillee isin jaaladhe, isinillee akkasuma akka wol jaalattan ajaja haarawa isinii kenna.


Goshoota tiyya, waan keessan ammoo yooma akkanumaanillee dubbanne, isin eebba caalu ka fayyinna keessaniin argame, fiduu irra jiraachuu keessan hubanneerra.


Goshoota tiyya, amma nu'u ijoollee Rabbiiti uf afoo maal akka taanu hin beekkamne. Haata'uu ammoo hennaa inni deebi'ee dhufu akkuma jiruun akka isa fakkaannu hin beenna.


Goshoota tiyya, oneen teenna yoo nurratti hin murteessine ta'e, Rabbiin afo'otti ugga qabna.


Goshoota tiyya, Ayyaana mara hin amaninaa'a, Haata'uu ammoo ayyaannoni Rabbiin biraa ta'uu isaanii qoradhaa'a. Raadduun sobaa heddu gara adunyaa tanaa waan yaa'aniiraniif.


Goshoota tiyya, jaalali Rabbiin biraa waan ta'eef, ka nama jaalatu maruu Rabbiin irraa waan dhalateef, Rabbiinillee waan beekuuf wol haa jaalanuu.


Goshoota tiyya, yoo Rabbi akkanatti nu jaalate, nullee akkasuma wol haa jaalannuu.


Ka Rabbiin jaalatu, obboleessa ufii akka jaalatu seera akkanaa Rabbiitu nuu kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite