1 Ergaa Yohaannis 2:4 - WAADAA LAMMATAA4 «Isa hin beeka» jedha'aa, ajaja isaa ka hin eenne, soba'a; dhugaanillee isaa keessa hin jirtu. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 «Waaqa ni beeka» jedha'aa ajaja isaa ka hin raawwanne yoo jiraate inni sobddicha, dhugaan'llee isa keessa hin jiru. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 «Isa hin beeka» jedha'aa ka ajaja isaa hin eenne soba'a; dhugaanillee isaa keessa hin jirtu. Gade chapit la |