1 Ergaa Yohaannis 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Inni woreega gumaa cubbuu keennaati. Kunillee nuu calla'aaf uduu hin ta'in cubbuu biyya lafaa maraaf. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Inni'llee cubbamoota ni dhabamisiisa, cubbuu keenna qofa uduu hin ta'in, cubbuun biyya lafaa maraa ka dhabamisiifamu isaan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Inni woreega gumaa cubbuu keennaati. Kunillee nuu calla'aaf uduu hin ta'in cubbuu biyya lafaa maraaf. Gade chapit la |