Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 1:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Cubbuu hin qabnu yoo jenne, uf sobna; dhugaanillee nu keessa hin jirtu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Cubbuu hin qabnnu yoo jenne mataa keenna ni sobinna. Dhugaan'llee nu keessa hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Cubbuu hin qabnu yoo jenne uf sobna; dhugaanillee nu keessa hin jirtu.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 1:8
33 Referans Kwoze  

Garaa garummaan hin jiru, maruu cubbuu waan hujaniiraniif ulfinni Rabbii isaan irraa dhidhateera.


Nu martinuu waan hedduun hin dogoggora; namni waan ufii dubbatuun hin dogoggore, inni nama nafa ufii tooyatuu danda'uu fi nama guutu'u.


«Isa hin beeka» jedha'aa, ajaja isaa ka hin eenne, soba'a; dhugaanillee isaa keessa hin jirtu.


Cubbuu hin hunye yoo jenne, Rabbiin sobaa goonna; dubbiin isaallee nu keessa hin jiru.


Namni tokko uduu womaa hin taane, yoo waan waa ta'e itti fakkaate uf soba.


Namni arraba ufii uduu hin eenne, onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin kaddaamu fakkaatu eennullee yoo jiraate, kaddaamuun isaa duwwa'a.


18 Eennullee uf hin sobin. Isin keessaa eennullee adunyaa tanatti waan ogeessa ta'e yoo isatti fakkaate, ogeessa ta'u'uuf gowwaa haata'u.


ka akkasuma worri dhugaa beekkan maruu jaalatan giiftii filatamtu'uuf ijoollee isi'iitiif,


Dukkanaa keessa jiraata'aa isa woliin tokkummaa qabna yoo jenne, soba malee dhugaan nu keessa hin jiru.


Worra dubbii Rabbii raawwattan ta'aa malee, worra uf dogoggorsa'aa dubbii callaa dhageettan hin ta'inaa'a.


Haata'uu ammoo namoonni hammeeyyiinii fi sobduun worri dogoggoranii dogoggorsan, waan hammeennaatitti jabaata'aa deeman.


Obboloonni dhufanii akka ati dhuga'atti jiraattu, waan dhugaa keetii naa rannaani guddisee gammade.


Isaan guyyamaan fedha ufii guuttachu'uuf waan fedhan godha'aa gammadan. Hennaa nyaataaf isin woliin waamaman isinuma jiddu'utti waan batti'ii fi fafa hojjatan.


Isin ka daabiloosii abbaa keessaniiti. Hawwii abbaa keessanii hojjatuu feetan inni jalqabumaa kaasee lubbuu balleessa. Dhugaan waan isa bira hin jirreef dhuga'aan hin dhaabbanne, soballee yoo dubbatu ufuma irraa dubbata. Sobaa abbaa sobaa waan ta'eef.


Akkana jedhamee akkuma barreeffame, «Namni qajeelaan tokkollee hin jiru,


Eennullee, «Rabbiin hin jaaladha» jedha'aa obboleessa ufii yoo ka jibbu ta'e, inni hin soba, obboleessa ufii ka ijaan arga'aaru kan hin jaalanne; Rabbii ijaan hin argine attamitti jaalachoo danda'a?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite