1 Ergaa Yohaannis 1:6 - WAADAA LAMMATAA6 Dukkanaa keessa jiraata'aa isa woliin tokkummaa qabna yoo jenne, soba malee dhugaan nu keessa hin jiru. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Kanaaf, «Waaqaan woliin tokkummaa ni qabnna» jedha'aa dukkana keessa ka jiraannu yoo taane ni kijibnna, jecha keennaan ta'ee hujii keenna keessa'llee dhugaan hin jiru jechu'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Dukkana keessa jiraata'aa yoo isa woliin tokkummaa qabna jenne, soba malee dhugaan nu keessa hin jiru. Gade chapit la |