Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 1:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Gammachuun keessan akka raawwatamuuf kana isinii barreessina.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Gammachuun keenna guutuu akka ta'u, kana isiniif ni barreessina.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Gammachuun keessan akka raawwatamuuf kana isinii barreessina.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 1:4
10 Referans Kwoze  

Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.


Haga ammaa maqaa kiyyaan womaa hin kadhanne. Gammachuun keessan guutuu akka ta'u kadhadhaa'a hin argatanii.


Ani waan isinii barreessu guddaa qaba. Qalamaan woraqata irratti isinii barreessuu hin jaalanne. Haata'uu ammoo akka gammaddaniif dhufee afaaniin isin qaassu'uuf abdii qaba.


Nu gammachuu keessaniif isin woliin worra hojjatu malee, amantaa keessan irratti akka isin ajanyuufii miti. Amantaa keessaniin waan dhaabattaniirtaniif.


Ka idaayyittiin jette inni Idaayya'a. Jaalli dhaabatee dhagayu ammoo laagaa Idaayyichaatitti guddisee gammada. Eeganaa gammachuun kiyya raawwatame.


Ijoollee tiyya, wonti kana isinii barreessuuf akka cubbuu hin hojjanneef, eennullee yoo cubbuu huje, Aabbaan biraa wobii qabna. Innillee Yesuus Kiristoosii qajeela'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite