Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Phexiros 4:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Isaanillee waan isin isaan woliin hujii hamaa san hin hujjanneef isin maalalanii isin arrabsan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Amma garuu waan kanaan aango'oo olitti isaan woliin naamusaan ol bayu'uun hirmmaachuu dhabuu keessaniin ni baaseffatan, isaan'llee ni arrabissan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Isaanillee waan isin isaan woliin hujii hamaa san hin hujjanneef isin maalalanii isin arrabsan.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Phexiros 4:4
11 Referans Kwoze  

Jireenna keessan mishaa isin Yesuus Kiristoosiin keessaan qabdan akka waan isin waan hamaa gootaniititti namoonni isin hamatan akka saalfatan, isin yaada mishaa qabaadhaa'a.


Worra hujii keessan mishaa arga'aa akka waan hamaa hojjattaniititti maqaa isin balleessan, guyyaa Rabbi banii ufii laalu'uuf dhufu akka Rabbiin kabajjan worra isin hamatan jiddu'utti jireenni keessan mishaa haa ta'uu.


Haata'uu ammoo hennaa isa mormanii fi arrabsaniin uffata ufii hargufata'aa balleessaa keessaniif isintu gaafatama. «Ani qulqullu'u ammaa achi gara worra Yihuudota hin taanee deema» isaaniin jedhe.


Kunniin ammoo worra hin beenne maraa hin arrabsan. Akka bineensota sammuu hin qabnee juu jedhanii woma beekanniin badan.


Yihuudonnillee banii heddu hennaa argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.


Kunillee akkuma mammaanni, «Sareen diddiga ufiititti deebiti» akkasuma, «Booyyeen dhiqamtee deebitee dhoqqe'etti gangalatti» jedhu sun isaan irratti ta'e.


Namoonni kun ammoo waan ufii hubatuu dadhabanii arrabsan; isaan akka bineensa bosonaa ka qalbii hin qabnee ka miira isaaniitiin badaniititti, isaanillee balleessaa ufiitiin badan.


Akka nama ifa guyya'aa keessa jiraatuutitti seeraan haa jiraannuu malee, sirbaa fi machi'iin hin ta'in; seebaru'uu fi wol qirqissuun hin ta'in.


Guyyaa hago'oon maayessa ilmi maandha'aa sun birrii wolitti qabatee gara biyya fago'oo deeme. Achiin maayessa birrii san hin fixe.


Ayyaana Woyyu'uun guuttamaa malee, daadhii woyini'iitiin hin machaayinaa'a, kun xaarii waan ta'eef.


Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! miju'uu fi qorii gubbaa hin qulqulleessitan, keessi ammo saamichaa fi dondhumma'aan guuttameera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite