Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Phexiros 4:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Goshoota tiyya! Rakkinni isin jiddu'utti akka ibiddaa isin qoru'uuf ta'aaru, akka waan rakkinniniif ajaa'ibni woyii isinitti dhufeetitti hin maalalfatinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yaa waaheloota! Rakkinna akka ibiddaa titti nu qormmaatu keessatti yoo argamittan wonitti keessummaan hin baratamin akka waan isin qunnamee taasfttanii hin dinqisiifatinaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Goshoota tiyya! Rakkinni isin jiddu'utti akka ibiddaa isin qoru'uuf ta'aaru, akka waan rakkinninii fi ajaa'ibni woyii isinitti dhufeetitti hin maalalfatinaa'a.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Phexiros 4:12
11 Referans Kwoze  

Dhuga'aan worri Yesuus Kiristoosiin keessatti Rabbiin fakkaata'aa jiraatuu jaalatan martinuu hin reebaman.


Obboleeyyan keessan ka adunyaa kana irra jiran rakkinni akkanaa kun akka isaan irra gayu beekaa'a; amanti'iin cima'aa dhaabadhaa'a daabiloosiin mormaa'a.


Qormaata nama maraa irratti ta'uun ala qormaanni woyiituu isin irra hin geenne; haata'uu ammoo haga dandeettan caalaa akka qoramtan Rabbiin hin eeyyamne amanama'aa. Obsuu akka dandeettan qorumsa woliin karaa baataniinillee isinii qopheessa.


Ibiddaan waan ifa bayyuuf guyyaan sun hin mudhisa. Hujiin nama maraatuu maal akka ta'e ibiddi sun hin qora.


Isaanillee waan isin isaan woliin hujii hamaa san hin hujjanneef isin maalalanii isin arrabsan.


Goshoota tiyya, biyya lafaa ta akka ormaatii fi keessumma'aa taatanii irra jiraattan keessatti hawwii foonii ta lubbuu teessaniin wol lolu irraa akka fagaattan isin kadhadha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite