1 Ergaa Phexiros 4:10 - WAADAA LAMMATAA10 Akka tooyataa amanama'aa kennaa Rabbii ka adda addaa hujii irra oolchuu tokkootitti isin maruu kennaa Rabbiin irraa argattan kanaan wol-tajaajilaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Kennaan Waaqaa ka bilisaa ka adda addaa amanammuma'aan bulichu'uun, isin keessaa tokkoon tokkoon akkaataa kennaa isaa ka bilisaa ka isaa kennameetiin, ka bira'aa haa tajaajilu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Akka tooyataa amanama'aa ka kennaa Rabbii ka adda addaa hujii irra oolchuu tokkootitti isin maruu kennaa Rabbiin irraa argattan kanaan wol tajaajilaa'a. Gade chapit la |