1 Ergaa Phexiros 3:9 - WAADAA LAMMATAA9 Hamaa hama'aan yookiin nama isin arrabse arrabaan hin deebisinaa'a; bikka san isaan eebbisaa'a, eebba dhaalu'uuf waan waamamtaniirtaniif. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Eebbisaa malee hamaa bakka hama'aatiif, arraba'llee bakka arrabaatiif hin deebisinaa, isin ka waamamittan kana raawwachu'uun eebba dhaalu'uuf, Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Hamaa hama'aan yookaan nama isin arrabse arrabaan hin deebisinaa'a; bikka san isaan eebbisaa'a; eebba dhaalu'uuf waan waamamtaniirtaniif. Gade chapit la |